ISA 54:1-4
โIddoo dunkaana kee dhaabbattu bal’isi, dunkaana kee haleelii dhisi! Funyoo isaa dheeressi, qofoo isaas jabeessi!โ
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
ค๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
๐
ข๐
๐
๐
๐
๐
’๐
๐
ข๐
Asirratti kan arginu waayee maseenummaa hafuuraati.
Isayas boqonnaa 52-55 kan nu barsiisu waayeedhuma gooftaa keenya Yesuus nu barsiisa.
Dunkaanakee dhisii bal’isi kan jedhu dunkaana hafuuraati.
Dunkaana eebbaa ti.
Dunkaana Ulfinaati.
Dukkana amma argituuf jettee Dunkaanakee hin dhiphisin.
๐จ๐๐๐๐ก๐๐๐ฃ ๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐ฎ๐ฎ๐ค๐ค ๐ฎ๐๐ง๐ค๐ค ๐ ๐๐ข๐๐ฎ๐ฎ๐ช๐ช ๐ข๐๐ฎ๐๐ฌ๐๐๐๐๐.
Dhibeen yoo dabalees nuti daballeerra.
๐๐๐ ๐๐๐’in ka’i iddoo dunkaana kee bal’isi.
Yoh. 12
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
ยณยฒ Ani yommuun lafa irraa ol kaafamu, nama hundumaa ofitti nan harkisa” jedhe.
ยณยณ Kanas du’a attamii du’uudhaaf akka ture tuquuf jedhe.
ยณโด Tuuti jaraas deebisanii, “Kristos bara baraan akka jiraatu seera irraa dhageenyeerra; egaa attamitti ilmi namaa ol kaafamuun in ta’a jetta ree? Ilmi namaa, kun eenyu inni?” jedhaniin.
โKristoos harkisa ulfinaatiin ofitti nu harkise.
โFannoorratti madaa kristoosittti namminee lafarraa adda baane.
๐ฌ๐๐๐ฆ๐๐จ๐จ๐ช๐ช๐ฃ ๐ช๐ก๐๐๐ฃ๐
โ Phaawuloosiif Sillaas gaafa waaqeffatan hidhaansaanii hiikame.
โGara halkan walakkaatti Phaawulosii fi Siilaas Waaqayyoon kadhatanii faarfatan; warri hidhaman immoo isaan in dhaggeeffatu turan.โ
HoE. 16:25
โ ๐๐ข’๐ โ๐๐ ๐ ๐๐๐๐๐ก๐๐ ๐๐ข’๐ ๐๐ข’๐๐ ๐๐๐๐ก๐
โAnaaf Kristos jireenya koo ti, du’uun immoo bu’aa koo ti .โ
Filp. 1:21
โ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ ๐๐ โ๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐
Yoh. 14
ยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏยฏ
ยน Yesus itti fufee bartoota isaatiin, “Garaan keessan hin raafamin, Waaqayyotti amanaa, anattis amanaa!
ยฒ Mana abbaa koo keessa iddoon jireenyaa baay’eetu jira; utuu inni hin jiru ta’ee, isinitti nan himan ture; iddoo jiru sana isiniif qopheessuudhaaf nan adeema.
Ergamaa Geetaahun Immiruu
Tv IFA FAYYINA